'Biiroon Intala Pirezidaantii' (Office of the First Daughter) jiraachuun isaa lammiilee Keeniyaa aja'ibsiiseera. Namoonni hedduun karaa miidiyaa hawaasummaa biiroon intala pirezidantii jiraachutti ...
Weellisaan lammii Ameerikaa T.I intala isaa ganna 18 taate ogeessa gadameessaa bira fiduun 'dubrummaa'n ishee jiraachuufi jiraachu dhabuusa akka adda baafate eega dubbatte booda mormii kaaseera.