Weellisaa beekamaafi jaalatamaan Oromoo Artist Elemoo Alii Haramaayaatti hojii artistoota gameeyyii yaadachuuf kan oolu gidduugala ''Gola Gameeyyii Artistoota Oromoo' jedhu hundeessuu BBCtti hime.
Maqaan isaa Keendaal Merfii jedhama. Hojii tola ooltummaan ittisa balaa ibiddaa keessa hojjeta ture. Guyyaa tokko osoo gara hojii isaatti deemaa wayita jiru namni dhugee machaa'uun konkolaachisaa ture ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results